Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii Telegram channel photo

Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

@jaalala_dhugaa_irraaPublic Channel

Love is Respect and Commitment. Jaalalli Kabajaa fi Of kennuudha.Akkasumas Buy ads: https://telega.io/c/+TN6GUelOrJlhNmE8

DesifrançaisFrance

1.5k

Last views

3.5k (3,536 subscribers)
Membre
—
Rating
23
Total Posts
Oct 16, 2026, 7:40 PM
Mis à jour
Apr 20, 2026
Created
Stats

Vous consultez le contenu en français. Pour afficher le contenu dans d'autres langues, veuillez modifier la langue du site.

Channel Information

Channel Information
Channel NameJaalala Dhugaa Fi Sinsinnii
Username@jaalala_dhugaa_irraa
CategoryDesi
Languagefrançais
CountryFrance
Membre3,536
Channel TypePublic Channel
Created20 avr. 2026
Last Updated16 oct. 2026 • il y a 7 jours
StatusActive

Classement

Classement mondial
#339536-586
Classement par langue
#2658-13
Classement par catégorie
#14057Aucun changement

Croissance des abonnés

Total: 3.5K30 Days growth: -621.7%
09/1709/2209/2710/0210/0710/1210/16
Croissance des abonnés - 30 Days
DateSubscribers
17:09:20263,598
18:09:20263,598
19:09:20263,575
20:09:20263,575
21:09:20263,575
22:09:20263,575
23:09:20263,575
24:09:20263,575
25:09:20263,575
26:09:20263,575
27:09:20263,575
28:09:20263,575
29:09:20263,575
30:09:20263,575
01:10:20263,575
02:10:20263,575
03:10:20263,575
04:10:20263,575
05:10:20263,575
06:10:20263,575
07:10:20263,575
08:10:20263,575
09:10:20263,575
10:10:20263,575
11:10:20263,575
12:10:20263,575
13:10:20263,575
14:10:20263,575
15:10:20263,575
16:10:20263,536
Croissance des abonnés - Weekly
DateSubscribers
Week of 20:04:20263,342
Week of 27:04:20263,342
Week of 04:05:20263,309
Week of 11:05:20263,309
Week of 18:05:20263,309
Week of 25:05:20263,309
Week of 01:06:20263,309
Week of 08:06:20263,309
Week of 15:06:20263,309
Week of 22:06:20263,309
Week of 29:06:20263,309
Week of 06:07:20263,346
Week of 13:07:20263,346
Week of 20:07:20263,346
Week of 27:07:20263,346
Week of 03:08:20263,346
Week of 10:08:20263,346
Week of 17:08:20263,629
Week of 24:08:20263,629
Week of 31:08:20263,596
Week of 07:09:20263,598
Week of 14:09:20263,575
Week of 21:09:20263,575
Week of 28:09:20263,575
Week of 05:10:20263,575
Week of 12:10:20263,536
Croissance des abonnés - Monthly
DateSubscribers
April 20263,342
May 20263,309
June 20263,309
July 20263,346
August 20263,596
September 20263,575
October 20263,536
Croissance des abonnés - Yearly
DateSubscribers
20263,536

Derniers articles

Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

31 juil. 2026, 16:36

🙏E-Birr qabduu?

✅Steps
1. *602#
2. 4 (Wegagen Bank)
3. First name= Maqaa keessa
4. Middle name= Maqaa abbaa
5. Last name= maqaa Akaakayyuu
6. 1 or 2
7. 00131064 galchaa
8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa
✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa!
👇👇👇
@ANG2050
2,920004
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

16 juin 2026, 20:45

✅Akkaataa Dhiirri Tokko Shamarree Tokko Qalbii Ishee itti hatu (Harka Keessa Galchatu)

➡️Durba tokko akkuma argeen "Sin jaaladhe" jechuu irraa of eeggachuu qaba. Yeroo tokkotti ariifachuun sodaa fi shakkii uuma.

🤝 Lakkofsa bilbila ishee erga fudhateen booda, torban tokkoof ykn isaa ol taa'ee bilbiluufii qaba. Malee inni ammuma bilbila fudhatanii daqiiqaa 5 booda "ani siif du'uuf" jedhan sun nama tasgabbii hin qabne (gagamaa) nama fakkeessiti.

👉Jaalallee qabdaa?" jedhanii durba tokko gaafachuun barbaachisaa miti. Amma utuuma isheen "Hin qabu" jettee sitti tolaa? Jaalallee hin qabdu jechuun amala isheetu sirrii miti ykn hin bareeddu jechuudha? Tasayyuu miti!

✅Durbi tokko sitti bareeddeetti taanaan, jalqaba bifa obbolummaa fi hiriyummaatiin itti dhiyaadhu. Erga amala ishee fi waan hundumaa barteen booda, yoo isheen nama gaarii taate gaaffii jaalalaa dhiyeessiif! 🌹

📞 Bilbilteefii yeroo sararri bilbila ishee qabamaa ta'u, "Eenyuutti haasa'aa oolte?" jettee hin gaafatin! Amma dhuguma "Dhiirattan haasa'aa ture" naan jetti jettee yaaddaa? Isheenoo yeroo hundaa "Adaadaa kiyyaani" jetti, g*wwaakoo! 😁 Waan akkanaa gaafachuu dhiisii, waan bilbilteef qofa dubbadhu.

👉 Waan dubbistaniif galatoomaa! 🙏🏼
Gorsa bifa kanaan bilchaate fi barsiisaa ta'e argachuu yoo barbaaddan,Chaanaalii koo kana Join godhaa!
Yeroo gaarii!!🙏🙏🙏
  @Saayikoloojii1
3,8700038
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

08 juin 2026, 00:52

✅Jecha namaa obsaan dabarsi
Beela garaa kolfaan dabarsi
Rakkoo jireenyaa taphaan dabarsi
Yeroo fi umurii qabdu hojii fi barnootaan dabarsi
Akka namaan ta'aaf osoo hin taane nama keessaa naman ta'uuf hojjedhu🙏
@Saayikoloojii1
3,1200013
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

27 avr. 2026, 07:35

Dubartoonni wal-qunnamtii saa-laa akkamii barbaadu?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°

Wal-qunnamtiin saa-laa yeroo baay'ee akka dhiironni barbaadanitti malee akka dubartoonni fedhanitti hin raawwatamu. Garuu dubartiinis walqunnamtii saalaa bareedaa raawwattee gammaduu barbaaddi. Dhiirri kana hubachuufii dadhabee dubartoonni jireenya walqunnamtii saa-laatti gammadoo hin taane hedduudha. Kanaaf dhiironni waan akkanaa irratti of eeggachuun murteessadha.

1. Sardamuu dhiisuu: Ariifachuun hin barbaachisu. Qaamni saa-laa dhiiraa osoo sekondii shan hin guunne dhaabbachuu danda'a. Kan dubartoota garuu yeroo xiqqoo ni gaafata. Kanaaf waanuma qaamni kee sitti dhaabbate qofaaf isheetti seensiisuu hin qabdu. Fedhiin kee yoo si muddaa jiraateyyuu obsa godhachuudhaan akka miirri ishees ho'u gochuu qabda. Osoo itti hin seensifne qaama saa-laa keetiin kan isheetin rurrukuti. Irra foqoqsi. Gubbumatti seensisii keessaa baasi. Yoomuma natti seensisa laata jettee akka isheen hawwiin eegdu godhi.

2. Finger-ing: Dubartiin jalqaba quba sirritti barbaaddi. Kanaaf harka qulqulluu, qeensa qoratameen qaama saa-laa ishee qubaan kakaasuun hafuu hin qabdu. Qin-xirii ishee sukkumuu. Quba kee osoo itti hin seensifne afaan qaama saa-laa ishee irra walii gadi deddeebisi. Baay'uma osoo itti hin seensifne gubbamutti tuttuquudha. Kaayyon kee qubaan raawwachuf osoo hin taane yeroo qaama saa-laatiin raawwachuu deemtuuf fedhiin ishii akka dafee dhufuufi.

3. Humnaan raawwachuu: Dubartiin walqunnamtii saa-laa humna of keessaa qabu ni jaallatti. Humnaan raawwachuu jechuun immoo fedhii ishee malee dirqisiisuu jechuu miti. Fuula keessa suuta kabaluu. Duubaan gaafa raawwattu hudduu ishee xiqqeessanii rurrukutuudha. Dabbasaa ishee dubatti harkisuu. Suuta morma hudhaa raawwachuun dubartii hedduu gammachiisa.

4. Sagalee akka dhageessiftu barbaaddi: Yeroo raawwatamu akkuma dhiirri sagalee ishee dhaga'uu barbaadu dubartiinis sagalee dhiiraa dhaga'uu barbaaddi. Kanaaf akka isheen haasoftu yoo barbaadde atis sagalee kee ishee dhageessiisi. Akkaataan ani har'a si waliin raawwadhu osoo agartee, Damma koo hedduu mi'oofta, ati giiftii walqunnamtii saa-laati jechuunii...... Xumurarratti mi'ooftuu koo ani xumuruufani ati eessa geesse jechun in murteessadha.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
4,2900026
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

27 avr. 2026, 07:35

"Daqiiqaa Meeqattin Yoon Dhangalaase Haadha Manaa Tiyya Quubsuu Danda'a?"
************
Hanga fedhii ofii, kan haadha manaa ofii waliin wal madaalchisaa hin raawwatamnetti, yeroo walqunnamtii saalaa daqiiqaa 10ttis ta'ee daqiiqaa 20tti dursanii dhangalaasuun rakkoo dafanii dhangalaasuu jedhama. Kanaaf, ilaamaa eeganii dhukkaasu/tokkosuun barbaachisaadha. Dhimmichi dhimma fedhii lamaan wal madaalchisaa deemuuti malee, dhimma daqiiqaa irra turamuutii miti!!
3,7200010
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

27 avr. 2026, 07:35

Photo
Dubartoonni yeroo walqunnamtii saalaa sanyiin kormaa abbaa warraa isaanii yoo alatti dhangala'es fedhii walqunnamtii saalaa ni bahan/quufan. Dubartoonni fedhii walqunnamtii saalaa bahuun/quufun sanyii kormaatin wal hin qabuti miirri isaanii sirritti itti dhagahamuu qofa barbaadu. Yeroo janaajjanaman, yoo dhiirti dhungate, yoo harma shukkuumaniifii kkfttis akkuma nama walqunnamtii saalaa rawwattee quufetti fedhii bahan ykn quufan. Karaa uumamaan ulfa ittiin ittisan keessaa tokko sanyii kormaa alatti dhangalaasuudha. Kanaaf hin quufan ykn fedhii hin bahan jettanii warri sodaattan alatti dhangalaasuu dandeessu. Dubartoota janaajannuufii qaqqabuu qofaan miira keessa galchanii quubsun/fedhii baasun ni danda'ama!
©️ Dr. Hamzaa Jamaal
4,140007
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

30 déc. 2025, 14:22

Yeroo walqunnamtii saalaa dubartiin iyyuu (sagalee baasuu) kan  dandeessu sababoota adda addaa irraa kaʼeeti. Kun waan idilee fi uumamaa dha; namni hundi akkasuma miti. Sababoonni ijoo kanaan armaan gadiitti ibsamu:
1. Gammachuu fi fedhii saalaa cimaa
Yeroo fedhiin saalaa dabalu, miirri gammachuu fi kakaʼumsi ni cima. Kun dubartiin akka iyyitu ykn sagalee baastu taasisa.
2. Qaamni miira baasu (response of the body)
Yeroo walqunnamtii saalaa:
Dhiigni gara qaama saalaa ni dabala
Hidhamiinsi muruqaa (muscle tension) ni dabala
Kanaaf qaamni ofumaan sagalee baasuu dandaʼa.
3. Gadi lakkisuu miiraa (emotional release)
Dubartiin yeroo walqunnamtii saalaa:
dhiphina sammuu gad lakkisti
yaaddoo fi sodaa dhiisti
Kunis akka iyyitu gargaara.
4. Qunnamtii miiraa waliin taʼuu
Sagaleen:
jaalala
wal amantii
gammachuu waliin taʼuu
ibsa. Yeroo baayʼee jaartiin jaalala ishee ittiin ibsiti.
5. Miira dhukkubaa fi gammachuu walitti makame
Yeroo muraasa:
miirri dhukkubaa salphaan
fi gammachuun
walitti makamuun iyyuu uuma.
6. Barnoota, aadaa fi muuxannoo
Namoonni tokko tokko:
aadaa irraa
muuxannoo duraanii irraa
iyyuu akka mallattoo gammachuutti baratan.
Yaadachiisa**
Dubartiin hundi iyyuu hin gootu
Iyyuun ykn hin iyyuun fedhii saalaa qabaachuu ykn dhabuun wal hin qabu
Qunnamtiin wal hubannoo fi walii dubbachuun baayʼee barbaachisaa dha
@Saayikoloojii1
6,0800016
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

23 déc. 2025, 12:09

✅Steps

1. *602#
2. 4 (Wegagen Bank)
3. First name= Maqaa keessa
4. Middle name= Maqaa abbaa
5. Last name= maqaa Akaakayyuu
6. 1 or 2
7. 00131064 galchaa
8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa
✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa!
👇👇👇
@ANG2050
4,4100015
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

27 nov. 2025, 19:49

Dubartiin tokko marsaa laguu ishee(peereediin) ishee itti dhufee guyyaa meeqa gidduutti ulfoofti?
***
1. Mala riitimii/kalandariii ji’aa
Tooftaan kun tooftaa bara durii kaasee namoonni hedduun fayyadamaa turanidha.
Malli ulfa karoora malee ittisuu kun kalandarii guyyootaa beekuu irratti xiyyeeffata. Dubartii giddugaleessaan laguu ishee guyyaa 26-32 argitu keessatti guyyaan itti hanqaaquun ovaarii keessaa gadi-lakkifamtee gara ujummoo gadameessaa dhaqtu guyyaa 14ffaa irrattidha.
Sanyiin dhiiraa ykn ispermiin miliyoona hedduun lakkaa’aman kan yeroo wal-qunnamtii saalaa qaama saalaa dubartootaaf gadameessa keessatti gadi dhiifaman keessaa sanyii dhiiraa tokkotu hanqaaquu ovaarii keessaa qophooftee gara ujummoo gadameessaa deemte kana cabsuun guddinni miciree dhala namaa jalqaba. Kanaaf sanyiin dhiiraa gadameessa keessatti gadi-dhiifame kunis guyyaa muraasa waan turuuf akkasumas hanqaaquun dubartiin gadi-lakkistes hanga sahaa 24 waan turuuf guyyoota isheen carraa ulfaa’uu qabdu kana beekuun yeroo sanatti wal-qunnamtii saalaa gochuu dhiisuu jechuudha.
Dubartiin tokko carraan isheen guyyoota ji’aa kana keessatti ulfaa’uuf qabdu guyoota muraasa qofa. Giddu galeessaan guyyaa 6 jechuudha. Kanaaf akka tooftaa ulfa karoora malee ittisuu kanaatti dubartiin laguu ishee guyyaa 26-32 argitu tokko guyyaan laguun ishee itti dhuferraa kaastee tokko jettee lakkaa’uun kan eegaltudha. Erga lakkaa’uu eegaltee boodas guyyaa 8-19 gidduu kan jiru guyyaa isheen itti carraa ulfaa’uu guddaa qabdu waan taheef guyyaa kana wal-qunnamtii saalaa gochuu dhiisuu ykn yoo barbaaddan koondomii fayyadamuun barbaachisaadha.
Kanaaf tooftaa kana fayyadamuuf marsaan laguu keessan dhaabbataan guyyaa jedhame kana keessatti kan dhufu kan taheefi guyyaaa sana sirriitti lakkaa’uu qabdu.
Fayyaan Faaya, Fayyaa hin dhabinaa!
@Jaalala_dhugaa_irraa
5,4200028
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

22 nov. 2025, 09:18

Dhiirota Qofaaf! Turtii walqunnaamtii saal'aa dheeressuu

Walqunnaamtiin saalaa gaa'ela keessatti ga'ee ol'aanaa qaba. Dhiironni turtii walqunnaamtii saalaa akkamiin dheeressuu danda'uu?
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa.

2. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.

3. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhan yoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an.

4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.

5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.

6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema.

7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
@Jaalala_dhugaa_irraa
4,6900024
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

06 nov. 2025, 22:35

Photo1/2
"Yeroo walqunnamtii saalaa dubartiin maalif iyyiti?"
**********
Yeroo saal-walqunnamtii dubartii kan iyyituuf sababoota baay'eetu jiru isaan keessaa muraasni:
- Gammachuu.
- Yoo dhukkubde.
- Dhiirti yoo laafe.
- Yoo itti hin tole.
- Suuta akka raawwatuuf.
- Xiyyeeffannoo akka itti kennuuf... kkf

Walumaagalatti sagalee ishiin dhageessiftu irra dhaabbatanii haala ishiin keessa jirtu adda baasun ni danda'ama. Dhiironno ammoo hoggaa saal-qunnamtii dubartii iyyisiisun baay'ee isaan gammachiisa.
Ulfaadhaa!
5,1600052
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

03 nov. 2025, 23:32

Yeroo Walqunnamtii Saalaa
#Dubartiidhaaf
➲ Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu dhiirri fedhii hin baane hin jiru. Dhiirri tokko qaamni saalaa isaa erga dhaabbateen booda dhangalaase jennaan fedhii ba'eera jechuudha.

➲ Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka sirritti ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi.

➲ Waa'ee Walqunnamtii saalaa itti odeessuu : Yeroo dubartiin waa'ee Walqunnamtii saalaa itti haasoftu fedhiin dhiiraa ni dabala. Qaamni saalaa isaa bakka rafee jiruu dammaqa. Kanaaf dubartiin tokko callisteetuma uffata ofirraa guurtee kennuufishiitin dura oduun murteessadha

➲ Akka garaa isaa ta'uu : Walqunnamtii saalaa amma ta'etti, erga barbaaddee dhaqxe akka inni si godhe ta'uufi qabda. Yeroo raawwatamu akka inni ibsaa ibsu eeyyamiifi. Qaama kee, harma kee, boroo(teessuma) kee, qaama saalaa kee yeroo ijaan argu baay'ee itti tola.
➲ Sagalee dhageessisu : Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban mangaaguu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiiratti olaantummaan akka dhaga'amuufi. Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay'ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. Aadi, maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif.

➲ Of tuttuquu : Yeroo raawwatamaa jiru yookin osoo hin jalqabne qubaan of qaqqabachuun barbaachisaadha. Harka keetin yeroo harma kee sukkuumtu, qubaan isa fuulduratti yeroo qinxirii kee gorgortu arguun dhiira baay'ee gammachiisa. Akkasumas of tuttuquun fedhii kee waan dafee fiduuf xaarii isarraa xiqqeessa.
@Jaalala_dhugaa_irraa
5,3800023
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

27 oct. 2025, 23:16

Yeroo Walqunnamtii Saalaa Wantoota Dubartiin Jibbitu
🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
①. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay) : Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiiraa dafee dhufaa dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishii dafee hin dhufusii ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda.
②. Yaada hin taane laachuu : Maali intaloo maal fakkaattaa, qaamni kee maal fakkaataa, dabbasaan kee oogana natti jejjedhaa, dafqa dafqa jetta bishaan biyyarra hin jiru moo fi wantoota kana fakkaatan jechuun akka ofitti qaanoftu gochuu hin qabdu. Yeroo walqunnamtii saalaa wantoota gaggaarii qofa dhaga'uu waan barbaadduuf waanuma gurraaf tolu qofa itti hasaasi.
.
③. Kan of jaalatu : Dhiirri fedhii isaa qofaaf dhimmamu heedduu dubartii biratti jibbama. Kan isaa fixatee achi gargalee xaxatee kan ciisu dhiiraa miti. Intaluma amma si gammachiifte tana akkamitti irraa gargalata? Ammuma fedh e yoo fedhiin kee dafee kan dhufu yoo ta'eyyuu ishii fedhii baasuuf dhamaatiin ati taasiftu ishii biratti gatii qaba.
.
④. Fedhii ishii kan hin eegne : Callisteetuma dhungachuu, tuttuquu, itti bubbu'uun hin barbaachisu. Yeroo dhungattu deebii ishii fuularraa dubbisaa ta'uu qaba. Itti hin tolle taanan jijjiiruu yookin dhiisudha. Eessa akka tuqxu, eessa akka dhungattu, akkamitti ta'uu akka qabu fedhii ishii jiddu galeeffachuu qabda.
.
⑤. Irratti shaakaluu : Yeroo fiilmii garaa garaa ilaaltu dubartoonni yeroo mangaagaa banan ni agarta. Mana keetti yeroo galte garuu jaalallee/niitiin kee hin iyyitu. Si'i garuu iyyisiisuun hawwii keeti. Dubartiin Oromoo yeroo walqunnamtii saalaa kan iyyitu yoo dhukkube qofa. Kanan ala sagalee xiqqoo ni dhageessifti (ni aaddi). Gooftaa koo fiilmii sobaa jaalallee/Haadha ijoollee keetii irratti practice ba'uu hin hawwin.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!!
@Jaalala_dhugaa_irraa
5,0000038
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii logo
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

20 oct. 2025, 23:05

❝𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐥𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐮❞

Dhugumatti walqunnamtiin saalaa (sexual intercourse) yeroo sirnaan, jaalalaa fi haala nageenya qabuun raawwatame, faayidaalee fayyaa hedduu dubartootaaf qaba.

1. Dhiibbaa dhiigaa irraa ni hir’isa –Walqunnamtii saalaa raawwachuun dhiibbaa dhiigaa gadi buusa, akkasumas fayyummaa Onnee isaanis ni eega.

2. Stress fi dhiphina ni hir’isa – Yeroo wal-quunnamtii saalaa raawwannu hormoononni gammachuu kanneen akka serotonin, endorphin fi oxytocin jedhaman hedduminnaan gadi lakkifamu, kunis ni immoo miira isaanii haala gaariin ni tasgabbeessa.

3. Dammaqinaan akka jiraatan godha – walqunnamtiin saalaa sirna hormoonii dubartootaa kanneen akka (estrogen, progesterone) sirnaan akka hojjatan gochuun dammaqinaan akka jiraatan godha.

4. Dhukkubbii marsaa laguu (menstrual cramp) ni xiqqeessa.

5. Hirriiba fayya-qabeessa akka raftan isin gargaara – walqunnamtii saalaa booda hormoononni akka serotonin fi prolactin ni dabalu, kunis tasgabbii fi hirriba fayya-qabeessa akka raftaniif isin fayyada.

6. Walitti dhufeenya abbaa manaa keessan wajjin qabdan ni cimsa – Hormooniin oxytocin jedhamu (“hormoonii jaalala”) jedhamuun kan beekkamu walitti dhufeenyaa fi amanamummaa gidduu keessan jiru sirrumatti cimsa.

7. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu keessanii sirritti dabala.

Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
@Jaalala_dhugaa_irraa
5,0600012

Showing 23 of 23 posts

Note

Connexion requise

Frequently Asked Questions

De quoi parle le canal Telegram Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii ?+

Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii (@jaalala_dhugaa_irraa) est un canal Telegram classé dans Desi sur tgdio. Classement, notes, avis et publications récentes pour décider avant de vous abonner. Il compte actuellement environ 3 536 abonnés sur tgdio.

Comment rejoindre Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii (@jaalala_dhugaa_irraa) sur Telegram ?+

Ouvrez le profil sur tgdio, puis utilisez Join / Open in Telegram pour aller sur @jaalala_dhugaa_irraa et vous abonner gratuitement.

Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii est-il un bon canal Desi ?+

Sur tgdio, consultez la note, les avis, le classement et les publications de Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii avant de rejoindre. Il compte actuellement environ 3 536 abonnés sur tgdio. Comparez avec d’autres canaux Desi.

Où voir les stats et publications de Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii ?+

Sur tgdio, ouvrez la page @jaalala_dhugaa_irraa pour les stats abonnés, classement, notes et publications. Le lien Stats montre la croissance.